-
Taayifooyidii fi taayifesii
Mee waan “TAAYIFOOYIDII fi TAAYIFASII” kana waa sinitti himaa, obsaaf hubannoon dubbisaa.***********************QABXII 1ffaa;● “Taayifooyidii fi Tayifasiitu na qabate” yoo jedhamu hedduu dhageessu, nutis akkasuma dhageenya.● Taayifooyidii fi Taayifasiin, gosa baakteetiyaa adda addaan kan dhufan, dhukkuboota garaa garaati malee, obbolaan lakkuu, kan yeroo mara harka wal qabatanii deeman miti.● Akka tasaa (carraa xiqqoo taate) garuu lameenuu…
-
Dhiita Gadameessaa

Dhiita Gadameessaa (uterine myoma) “ixii”********************Dhiitoon gadameessa irratti mul’atu shamarran umurii wal-hormaataa (waggaa 15 haga 49) keessatti argaman irraatti hanga dhibbeentaa 20% – 40% tti mul’ata.Kunis naannoo gadameessa inni irratti mullattu irratti hundaa’uun gosa adda addaatti qoodama.********************Dhibee kana kan fidu kan hin beekamne yoo ta’eyyu; kanneen akka umurii wal-hormaataa, ijoollumaan laguun dafee dhufuu ,lammii gurraacha, furdina…
-
Comfortable Home

Emma Woodhouse, handsome, clever, and rich, with a comfortable home and happy disposition, seemed to unite some of the best blessings of existence; and had lived nearly twenty-one years in the world with very little to distress or vex her.
-
Three Generations

Mr. Weston was a native of Highbury, and born of a respectable family, which for the last two or three generations had been rising into gentility and property.